Posts

Showing posts from February, 2025

Http//Mijuuhayyotan.blogspot.compot.com

  Aadaa oromoo keessatti safuun hangafaa fi seera ittiin bulmaata oromtichaati. Oromoon Uumaa fi Uumama hundaaf safuu qaba. Safuun kan waaqaati. Waaqni safuu rooba Lafti safuu magarsiti Maddi safuu burqa Waaqni uumaa tola Safuu waaqaafi lafaa Safuu dhiiraafi dubartii Safuu firaafi alagaa Safuu abbaafi haadhaa, Safuu obboleessaafi obboleettii, Safuu jaasraafi jaartii Safuu hangafaafi quxisuu Safuu midhaaniifi bishaanii Safuu manaafi alaa Fknf “Manatti haftee manna heerumtee galtee wayya ” jedha Oromoon. Garuu durba haftuudhaan osoo isheen dhageessuu kallattiidhaan haftuu hin jedhani.Safuudha Ilaa NUS jajjabeessaa adaraa @GurachaAfrikaa