Http//Mijuuhayyotan.blogspot.compot.com
Aadaa oromoo keessatti safuun hangafaa fi seera ittiin bulmaata oromtichaati.
Oromoon Uumaa fi Uumama hundaaf safuu qaba.
Safuun kan waaqaati.
Waaqni safuu rooba
Lafti safuu magarsiti
Maddi safuu burqa
Waaqni uumaa tola
Safuu waaqaafi lafaa
Safuu dhiiraafi dubartii
Safuu firaafi alagaa
Safuu abbaafi haadhaa,
Safuu obboleessaafi obboleettii,
Safuu jaasraafi jaartii
Safuu hangafaafi quxisuu
Safuu midhaaniifi bishaanii
Safuu manaafi alaa
Fknf
“Manatti haftee manna heerumtee galtee wayya
”
jedha Oromoon. Garuu durba haftuudhaan osoo isheen dhageessuu kallattiidhaan haftuu hin jedhani.Safuudha
Ilaa NUS jajjabeessaa adaraa
@GurachaAfrikaa