Oromiaa Get link Facebook X Pinterest Email Other Apps April 08, 2025 App kanas buufadhaahttp://www.appcreator24.com/app3495082-m92ng Get link Facebook X Pinterest Email Other Apps Comments
Http//Mijuuhayyotan.blogspot.compot.com February 19, 2025 Aadaa oromoo keessatti safuun hangafaa fi seera ittiin bulmaata oromtichaati. Oromoon Uumaa fi Uumama hundaaf safuu qaba. Safuun kan waaqaati. Waaqni safuu rooba Lafti safuu magarsiti Maddi safuu burqa Waaqni uumaa tola Safuu waaqaafi lafaa Safuu dhiiraafi dubartii Safuu firaafi alagaa Safuu abbaafi haadhaa, Safuu obboleessaafi obboleettii, Safuu jaasraafi jaartii Safuu hangafaafi quxisuu Safuu midhaaniifi bishaanii Safuu manaafi alaa Fknf “Manatti haftee manna heerumtee galtee wayya ” jedha Oromoon. Garuu durba haftuudhaan osoo isheen dhageessuu kallattiidhaan haftuu hin jedhani.Safuudha Ilaa NUS jajjabeessaa adaraa @GurachaAfrikaa Read more
Best telegram April 08, 2025 App kanas buufadhaa http://www.appcreator24.com/app3495082-m92nga https://t.me/GurachaAfrikaa Read more
Comments
Post a Comment