Posts

Oromummaa

Bbc news afaan oromoo  𝙎𝙖𝙖𝙮𝙞𝙠𝙤𝙤𝙡𝙤𝙤𝙟𝙞𝙞𝙣 amala namaa bakka gurguddaa saditti qoodee Kaa'a. 1.SUUTEE ( Passive person) ✓Namni kun yeroo hundaa moo’amaadha, waan namni jedhe hunda tole jedhee fudhata, waan isaaf ta’u adda baasee hin beeku, waanuma hiriyaan isaa/ishee gootu ilaalee godha. ✓Ofitti amanamummaa hin qabu, waanuma sirrii dhiisi kun sirrii miti yoo jette ni dhiisa. ✓Namni akkasii kun jireenyi isaa kufaadha. 2. OFITTOO (Aggressive person) ✓Namni akkasii immoo Kan Koo malee jechuu baay’isa, yaada nama biraa qooddatu,ni dheekkama, lafuma fayyaa si dhaanuu, ooduu, barbaada ija diimeffata. ✓Namni kun ija jabinaan dorgooma hin qabu. ✓Ana malee, of tuula, ana malee namni hin jiru jedha, sin kabaju, qoma dhiibee deema dhimma kee hin qabu. ✓Hiriyaa akkasii sirraa haa qabu malee guyyaa adii qullaa si hambisa. ✓Hanga ati sagalee qabdu qofa si kabaja Irraa isin haa baraaruu!!!!!! 3.NAMA SAMMUU BANAAQABU (open minded person), ✓Yaada nama biraa giddu galeessa godhee fudhata...

Oromiaa

 App kanas buufadhaa http://www.appcreator24.com/app3495082-m92ng

Best telegram

 App kanas buufadhaa http://www.appcreator24.com/app3495082-m92nga https://t.me/GurachaAfrikaa

Http//Mijuuhayyotan.blogspot.compot.com

  Aadaa oromoo keessatti safuun hangafaa fi seera ittiin bulmaata oromtichaati. Oromoon Uumaa fi Uumama hundaaf safuu qaba. Safuun kan waaqaati. Waaqni safuu rooba Lafti safuu magarsiti Maddi safuu burqa Waaqni uumaa tola Safuu waaqaafi lafaa Safuu dhiiraafi dubartii Safuu firaafi alagaa Safuu abbaafi haadhaa, Safuu obboleessaafi obboleettii, Safuu jaasraafi jaartii Safuu hangafaafi quxisuu Safuu midhaaniifi bishaanii Safuu manaafi alaa Fknf “Manatti haftee manna heerumtee galtee wayya ” jedha Oromoon. Garuu durba haftuudhaan osoo isheen dhageessuu kallattiidhaan haftuu hin jedhani.Safuudha Ilaa NUS jajjabeessaa adaraa @GurachaAfrikaa